CDMI ergama isaa kan raawwatu, kaffaltii malee:
Barruulee ji’a lamatti al tokko bahu mata duree “Uumama Haaraa” jedhuun jireenya Kiristiyaanaa jajjabeessu.
Kitaabota xixiqqaa fi tiraaktota mata dureewwan bal’aa ta’an kan uwwisan hedduun hubannoo Macaafa Qulqulluu gargaaruuf.
Qo’annoo Macaafa Qulqulluu sadarkaa sadii kan “Bible Truth Correspondence Courses” jedhamu Dubbii Waaqayyoo barachuuf.
Kompaaktii diskiiwwan (CD) barruu “Uumama Haaraa” fi kitaabota xixiqqaa tokko tokko namoota ijaan arguu dadhaban gargaaruu fi jajjabeessuuf.
Weebsaayitii akka kuusaa maxxansaalee fi qabeenya biroo dubbisuu fi buufachuun itti fayyadama bal’aa fi guddinaaf argaman toora interneetii irratti hojjetu.
Qajeelfama fi meeshaalee Garee Qo’annoo Macaafa Qulqulluu naannoo ykn Waldaa Manaa jalqabuuf warra waldaa naannoo guddaa ijaaruuf fedhii qabaniif.
Deebii gaaffii keessaniif. Mata dureewwan macaafa qulqulluu wajjin walqabatan hundumaa fi keessumaa immoo kan jireenya kiristaanaa wajjin wal qabatan irratti gaaffii akka dhiyaatan ni jajjabeessina. Deebii karaa miidiyaalee adda addaa fedhii dubbistootaa adda addaa ilaalaniin ni kennina.
Guddinaa fi jireenya kiristaanaa caalaatti jajjabeessuuf yeroo danda’ametti gara waldaa naannootti daawwachuu.
CDMI fulfills its mission by offering, without charge:
A bi-monthly magazine entitled “The New Creation” that encourages Christian living.
Many booklets and tracts that cover a broad range of topics to aid Biblical understanding.
Three levels of Bible studies called “Bible Truth Correspondence Courses” to learn God’s Word.
Compact discs (CD’s) of “The New Creation” magazine and some booklets to assist and encourage those who are sight impaired.
A website that functions as on online storehouse of publications and other resources available to read and download for broader use and growth.
Guidance and materials for starting a local Bible Study Group or House Church for those who are interested in building a greater local fellowship.
Answers to your questions. We encourage questions on all scripturally related topics and especially those that are related to Christian living. We provide answers through a variety of media that address the varied needs of readers.
Visits to local fellowships when possible to further encourage Christian growth and living.